Ummattootni Abbootii Dachee Australia gartuu tokko irraa kan dhufan miti. Gara Saboota 500, tokkoon tokkoo isaanii aadaa afaanota adda addaa fi akkaataa jireenyaa fi caasaa firummaa addaa qabu.